Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 2:23 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

23 ያ ዋቀ አቦቲኮ፣ አን ስን ገለቴፈዸ፤ ስን ጀጀዸስ፦ አት ኦጉማፊ ሁምነ ና ኬንቴርተ፤ ዋን ኑ ስ ከዸትኔ ነ ቤክስፍቴርተ፤ አት አብጁ ሞትቻ ኑ ቤክስፍቴርተ።”

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

23 Yaa Waaqayyo isa kan abboota kootii, ogummaa fi jabina waan anaaf laatteef, wanta nuyi si kadhannes waan nutti beeksifteef, ati waan mootichi beekuuf rakkate anatti waan beeksifteef, ani sin galateeffadha, sin jajadhas!>> jedhe.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

23 Yaa Waaqa abbootii ko, ani sin galateeffadha; sin jajadhas: Ati ogummaa fi humna naa kenniteerta; waan nu si kadhanne na beeksifteerta; ati abjuu mootichaa nu beeksifteerta.”

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 2:23

Volg ons:

Advertensies


Advertensies