Daaniʼel 2:22 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 እን ዋን ገድ ፈጎፊ ዋን ዾክፈሜ ንሙልእሰ፤ ዋን ዱከነ ኬሰ ጅሩ ንቤከ፤ እፍንስ እሰ ወጅን ጅራተ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Dubbii gad fagoodhaa fi dhokataa in mul'isa, wanta dukkana keessa jiru in beeka, ifnis isa bira in jiraata. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Inni waan gad fagoo fi waan dhokfame ni mulʼisa; waan dukkana keessa jiru ni beeka; ifnis isa wajjin jiraata. Sien die hoofstuk |