Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 2:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

19 ሀልከን ሰነስ እጪቲን ሱን ሙልአታን ዳንኤልት ሙልእፈሜ። ኤርገሲስ ዳንኤል ዋቀ ሰሚ ገለቴፈቴ

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

19 Ergasii dubbiin dhokataan sun mul'ata halkaniitti Daani'elitti in mul'ifame; yommus Daani'el maqaa Waaqayyo isa waaqa irraa in eebbise;

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

19 Halkan sanas icciitiin sun mulʼataan Daaniʼelitti mulʼifame. Ergasiis Daaniʼel Waaqa samii galateeffatee

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 2:19

Volg ons:

Advertensies


Advertensies