Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 2:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 ከናፉ አከ ነሞትን ኦጌዪን ሁንድ አጄፈመን ለብሲን በኤ፤ ነሞትንስ አከ ዳንኤሊፊ ምቾተሳ በርባደኒ አጄሰኒፍ ኤርገመን።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Yommus warri beektonni akka ajjeefamaniif abboommiin baanaan, Daani'elii fi hiriyoota isaas ajjeesuudhaaf in barbaadan.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Kanaafuu akka namoonni ogeeyyiin hundi ajjeefaman labsiin baʼe; namoonnis akka Daaniʼelii fi michoota isaa barbaadanii ajjeesaniif ergaman.

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 2:13

Volg ons:

Advertensies


Advertensies