Daaniʼel 12:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 “አት ገሩ ሀመ ዹማት ከራኬ ቀበዹ። አት ንቦቆተ፤ ዹመ በሮታትስ ዻለኬ ከን ሲፍ ቆደሜ ፉዸቹፍ ንካተ።” Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Ati garuu hamma dhuma jireenya keetti dhaqi! In boqottas, guyyaa isa dhumaa sanattis kaatee in dhaabatta, ga'aa kees in argatta!>> jedhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 “Ati garuu hamma dhumaatti karaa kee qabadhu. Ati ni boqotta; dhuma barootaattis dhaala kee kan siif qoodame fudhachuuf ni kaata.” Sien die hoofstuk |