Daaniʼel 11:44 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ44 ገሩ ኦዱን በኣፊ ካባ ዹፉ እሰ ሶዳችሰ፤ እን ነሞተ ባይኤ በሌሱፊ ፍጡፍ ኣሪ ጉዳዻን ንበአ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo44 Oduun inni ba'a-biiftuutii fi gara bitaatii dhaga'u isa in naasisa; inni namoota baay'ee fixuudhaaf, lafa irraas balleessuudhaaf aarii guddaadhaan in ba'a. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa44 Garuu oduun baʼaa fi kaabaa dhufu isa sodaachisa; inni namoota baayʼee balleessuu fi fixuuf aarii guddaadhaan ni baʼa. Sien die hoofstuk |