Daaniʼel 11:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ኤርገ እን ዹፌ ቦዴ ሞቱማንሳ ዲገሜ ገረ ቅሌንሶተ ሰሚ አፍረኒት ገርገር ቆቆደመ። ሞቱማንሳ ቡቀኤ ሞቶተ ብራቲፍ ዋን ኬነሙፍ ሰኚሳት ህንደርቡ ዮካን ሁምነ እን አርገቴ ቱሬ ሰነ ህንቀባቱ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Akkuma inni ka'ee beekametti mootummaan isaa gargar in caba, golee arfanittis gargar in hirama; sanyii isaattis hin darbu, sanyiin mootummaa guddaa inni irratti mo'ees deebi'ee hin argamu; mootummaan isaa isa harkaa baafamee sanyii isaatiif utuu hin ta'in, warra kan biraatti in kennama*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Erga inni dhufee booddee mootummaan isaa diigamee gara qilleensota samii afraniitti gargar qoqqoodama. Mootummaan isaa buqqaʼee mootota biraatiif waan kennamuuf sanyii isaatti hin darbu yookaan humna inni argatee ture sana hin qabaatu. Sien die hoofstuk |