Daaniʼel 11:35 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ35 ኦጌዪ ኬሳ ቶኮ ቶኮ አከ ሀመ ዹማት ጨለለመኒፍ፣ አከ ቁልቁሌፈመኒ ወረ ህርእነ ህንቀብኔ ተአኒፍ ንጉፈቱ፤ ወን ኩን አመዩ ዬሮ ሙርቴፈሜት ንዹፋቲ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo35 warra ogeessota keessaa kaan kufaatii isaaniitiin qoramanii calalamanii in qulleeffamu; dhumni wanta kanaas yeroo muramaa qaba, hamma sanatti immoo in tura. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa35 Ogeeyyii keessaa tokko tokko akka hamma dhumaatti calalamaniif, akka qulqulleeffamanii warra hirʼina hin qabne taʼaniif ni gufatu; wanni kun amma iyyuu yeroo murteeffametti ni dhufaatii. Sien die hoofstuk |