Daaniʼel 11:33 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ33 “ኦጌዪን ዮ ዬሮዻፍ ጎራዴዻን ዹመንሌ ዮካን ጉበመንሌ ዮካን ቦጅአመንሌ ዮካን ሳመመንሌ ነሞተ ሄዱ ንበርሲሱ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo33 Ogeessonni saba keessatti argaman namoota baay'ee in hubachiisu; haa ta'u iyyuu malee, guyyaa muraasaaf billaadhaan, arraba ibiddaatiin, booji'amuudhaan, saamamuudhaanis gad in qabamu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa33 “Ogeeyyiin yoo yeroodhaaf goraadeedhaan dhuman illee yookaan gubaman illee yookaan boojiʼaman illee yookaan saamaman illee namoota hedduu ni barsiisu. Sien die hoofstuk |