Daaniʼel 11:32 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ32 እን ወረ ከኩ ሰነ ዺሰን ጎዎምሴ ንዶጎጎርሰ፤ ወር ዋቀሳኒ ቤከን ገሩ ጀባተኒ ዻበቹዻን እሰ ሞርሙ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo32 Inni afaan toluudhaan warra kakuu qulqullaa'aa irratti waan hamaa hojjetan gowwoomsee, jireenya xuraa'aa akka jiraatan in godha; warri Waaqayyo isaanii beekan garuu ittuma jabaatanii, wanta ta'u in hojjetu. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa32 Inni warra kakuu sana dhiisan gowwoomsee ni dogoggorsa; warri Waaqa isaanii beekan garuu jabaatanii dhaabachuudhaan isa mormu. Sien die hoofstuk |