Daaniʼel 11:25 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 “እን ራያ ሎልቶታ ጉዳዻን ጭምናፊ ጀብነሳ ሞቲ ክባረት ንከካሰ። ሞቲን ክባስ ሎልቶተ አከ መሌ ባይኤፊ ሁምነ ቀበኒን ወራነ ለብሰ፤ ገሩ ሰበቢ መሪን እሰረት መርአተሙፍ ኦፍራ እትሱ ህንደንደኡ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 <<Inni humna isaa, onnee isaas in kaasa, loltuu baay'ees mootii biyya gara mirgaa sana irratti in baasa; mootiin biyya gara mirgaa immoo loltuu sonaan baay'eedhaa fi jabaa lolaaf qopheessee in kaasa; garuu waan isaan isa irratti malaniif jabaatee dhaabachuu hin danda'u. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 “Inni raayyaa loltootaa guddaadhaan ciminaa fi jabina isaa mootii Kibbaa irratti ni kakaasa. Mootiin Kibbaas loltoota akka malee baayʼee fi humna qabaniin waraana labsa; garuu sababii mariin isa irratti mariʼatamuuf of irraa ittisuu hin dandaʼu. Sien die hoofstuk |