Daaniʼel 11:22 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ኤርገሲ ራያን ጉዳን ቶኮ ፉለሳ ዱራ ንሀጣአመ፤ እኒፊ ሀንገፍን ከኩስ ንበሌፈሙ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Loltuu warra akkuma bishaanii lafa irra dhangala'an of duraa in haxaa'a; isaan, luba isa kakuu qulqullaa'aa eegus in balleessa*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Ergasii raayyaan guddaan tokko fuula isaa duraa ni haxaaʼama; innii fi hangafni kakuus ni balleeffamu. Sien die hoofstuk |