Daaniʼel 11:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 “ኤጋ አን ዹጋን ስት ህመ፦ ሞቶትን ብራ ሰዲ ፋሬስ ኬሰት ንከኡ፤ ኤርገሲስ ሞቲን አፉረፋን ወረ ካን ሁንደረ ሶሬሰ ተኤ ቶኮ ንከአ። እንስ ኤርገ ቀቤኘሳቲን ጀብነ አርገቴ ቦዴ ቶኮ ቶኮ ነማ ሞቱማ ግሪክረት ንከካሰ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Ammas wanta dhugaa sitti himuuf nan jedha. Kunoo, si'achi iyyuu mootonni sadii biyya Faares keessaa in ka'u; inni afuraffaan immoo hundumaa caalaa sooressa guddaa in ta'a; sooruma isaatiin erga jabaate, waan hundumaa mootummaa Griikii irratti in kaasa*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 “Egaa ani dhugaan sitti hima: Mootonni biraa sadii Faares keessatti ni kaʼu; ergasiis mootiin afuraffaan warra kaan hunda irra sooressa taʼe tokko ni kaʼa. Innis erga qabeenya isaatiin jabina argatee booddee tokkoo tokkoo namaa mootummaa Giriik irratti ni kakaasa. Sien die hoofstuk |