Daaniʼel 11:17 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 እን ጀብነ ሞቱማሳ ጉቱዻን ዹፉ ሙርቴሰ፤ ሞቲ ክባ ወጅንስ ወሊ ገልቴ ጎዸተ። እን ሞቱማ ሰነ ኩፍሱፍ እንተለሳ እት ሄሩምሲሰ፤ ከሮርሳ ኩን ገሩ ህንምልካኡ ዮካን እሰ ህንፈየዱ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Inni humnaan guutummaa mootummaa biyya gara mirgaa waliin ga'uudhaaf fuula isaa itti in qajeelfata; inni mootichaa wajjin waliif in gala, dubartoota keessaas intala tokko in kennaaf; innis mootummicha ittiin balleessuudhaaf ture; garuu kun wal hin qabanne, hin taaneefis*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Inni jabina mootummaa isaa guutuudhaan dhufuu murteessa; mootii Kibbaa wajjinis walii galtee godhata. Inni mootummaa sana kuffisuuf intala isaa itti heerumsiisa; karoorri isaa kun garuu hin milkaaʼu yookaan isa hin fayyadu. Sien die hoofstuk |