Daaniʼel 11:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 እልማንሳ ወራናፍ ቆጳአኒ ሁምነ ወራና ጉዳ ቶኮ ወልት ቀበቱ፤ ሁምን ኩንስ አኩመ ሎላ ነምን ኦፍራ ዴብሱ ህንደንዴኜ ቶኮት ሀመ ደአትኖሳት ዱሌ ሎለ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 <<Yeroo sanatti ilmaan mootii biyya gara bitaa lolaaf in qophaa'u, loltuu sonaan baay'ee walitti in qabatu; isaan keessaa inni tokko ba'ee, loltoota isaa akkuma bishaanii isaan irra in dhangalaasa; si'a lammaffaa deebi'u immoo hamma masaraa mootichaatti darbee in lola. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Ilmaan isaa waraanaaf qophaaʼanii humna waraanaa guddaa tokko walitti qabatu; humni kunis akkuma lolaa namni of irraa deebisuu hin dandeenye tokkootti hamma daʼannoo isaatti duulee lola. Sien die hoofstuk |