Daaniʼel 10:11 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 እንስ፣ “ያ ዳንኤል፣ አት ከን አከ መሌ ጃለተምቴ ዱቢ አን ስት ህሙፍ ጅሩ ስሪት ቀበዹ፤ አን ገረኬት ኤርገሜራቲ ኦል ከእ” ጄዼ። አንስ ዮሙ እን ዋን ከነ ናን ጄዼት ሆለቻን ከኤ ዻበዼ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Inni harkaan na qabe sun,<<Yaa Daani'el nama guddaa jaallatamaa, amma ani gara keetti waanan ergameef, dubbii isa ani sitti dubbadhu yaadaan qabi, iddoo jirtutti ol qajeelii dhaabadhu!>> naan jedhe; yeroo inni dubbii kana anatti dubbate immoo, ani hollachaa ol qajeelee nan dhaabadhe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Innis, “Yaa Daaniʼel, ati kan akka malee jaallatamte dubbii ani sitti himuuf jiru sirriitti qabadhu; ani gara keetti ergameeraatii ol kaʼi” jedhe. Anis yommuu inni waan kana naan jedhetti hollachaan kaʼee dhaabadhe. Sien die hoofstuk |