Daaniʼel 1:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዋቅንስ ዬሮ ከነት አከ ዳንኤል ፉለ ቆንዳለ ሰና ዱረት ሱራፊ ገረ ላፍነ አርገቱ ጎዼ፤ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Waaqayyo immoo Daani'el faara tolaadhaa fi gara-laafina angaficha irraa akka argatu godhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Waaqnis yeroo kanatti akka Daaniʼel fuula qondaala sanaa duratti surraa fi gara laafina argatu godhe; Sien die hoofstuk |