Daaniʼel 1:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 እሳን ከኔን ኬሳ ወር ይሁዳዻ ዹፈን ዳንኤል፣ ሀናንያ፣ ሚሻኤሊፊ አዛርያ ቱረን። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Isaan gidduutti warra Yihudaa keessaa kan argaman Daani'el, Hanaaniyaa, Miishaa'elii fi Azaariyaa turan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Isaan kanneen keessaa warri Yihuudaadhaa dhufan Daaniʼel, Hanaaniyaa, Miishaaʼeelii fi Azaariyaa turan. Sien die hoofstuk |