Daaniʼel 1:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ሞትችስ ኤርገሲ አሽፌነዝ እት ጋፈተማ ቆንዳልቶተሳ ሰነ ዋሜ አከ እን እስራኤሎተ ሰኚ ሞቶታቲፊ ማቲ ኡልፍነ ቀቤዪ ተአን ቶኮ ቶኮ ኦል ገልቹ አጀጄ፤ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Mootichi yommus dargaggoota Israa'elii booji'aman warra sanyii moototaa fi gurguddootaa ta'an keessaa akka dhi'eessuuf, Ashfenaaz angafa hojjetoota isaa warra xu'aashii abboome*; Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Mootichis ergasii Ashfenaz itti gaafatamaa qondaaltota isaa sana waamee akka inni Israaʼeloota sanyii moototaatii fi maatii ulfina qabeeyyii taʼan tokko tokko ol galchu ajaje; Sien die hoofstuk |