Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 1:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 ጎፍታንስ ዬሆያቂም ሞትቸ ይሁዳ ምኦተ መነ ቁልቁሉማ ዋቃ ቶኮ ቶኮ ወጅን ደበርሴ ሀርከሳት ኬኔ። ምኦተ ከኔንስ ገረ መነ ዋቀሳ፣ ገረ ባብሎንት ጌፈቴ መንኩሳ መነ ዋቀሳ ኬሰ ካአቴ።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Waaqayyo gooftaan yommus Yehoyaaqiim mootiin biyya Yihudaa, qodaa mana qulqullummaa keessaas gar-tokko harka mootii Baabilonitti akka kennamu in godhe; mootiin Baabilonis warra booji'e biyya isaa isa <<Shiinaar>> jedhamee beekametti geessee, mana waaqayyolii isaatti isaan galche; qodaa sanas lafa qabeenyi waaqayyolii isaatii taa'u in kaa'e*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 Gooftaanis Yehooyaaqiim mooticha Yihuudaa miʼoota mana qulqullummaa Waaqaa tokko tokko wajjin dabarsee harka isaatti kenne. Miʼoota kanneenis gara mana Waaqa isaa, gara Baabilonitti geeffatee mankuusaa mana Waaqa isaa keessa kaaʼate.

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 1:2

Volg ons:

Advertensies


Advertensies