Daaniʼel 1:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 “ማሎ ተጃጅልቶተኬ ቡልቲ ኩዸኒፍ እላል፤ ብቅልቱ ኛተሙፊ ብሻን ዹገሙ መሌ ዋን ብራ ኑፍ ህንኬንን። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 <<Mee wanta nyaannu biqiltuu garaa garaa, wanta dhugnus bishaan nuuf haa kennan; atis guyyaa kudhaniif nuyi garboota kee irratti ilaali! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 “Maaloo tajaajiltoota kee bultii kudhaniif ilaali; biqiltuu nyaatamuu fi bishaan dhugamu malee waan biraa nuuf hin kennin. Sien die hoofstuk |