Amoos 9:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 “እስን እስራኤሎትን አናፍ አኩመ ሰበ እቶጵያ ምቲ?” ጄዸ ዋቀዮ። “አን እስራኤሎተ ብየ ግብጢቲ፣ ፍልስጤሞተ ከፍቶሪ፣ ወረ ሶርያሞ ቂሪ ባሴ ህንፍድኔ? Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Waaqayyo,<<Yaa namoota Israa'el, isin anaaf akkuma ijoollee Kuush warra fagoo sanaa mitii ree>> Warra Israa'el biyya Gibxiitii akkuman ol baase, warra Filiisxiyaa biyya Kaftor keessaa, warra Aaramis biyya Qiir keessaa nan fide mitii ree?>> jedhee dubbateera*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 “Isin Israaʼeloonni anaaf akkuma saba Itoophiyaa mitii?” jedha Waaqayyo. “Ani Israaʼeloota biyya Gibxiitii, Filisxeemota Kaftoorii, warra Sooriyaa immoo Qiirii baasee hin fidnee? Sien die hoofstuk |