Amoos 9:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ዋቀዮ አከነ ጄዸ፤ “ኩኖ፣ በር እት ነምን ሃሙ ቶኮ እሰ ቆቱ ቀቀቡ፣ “ነምን ወይኒ ዻቡሞ እሰ ጩንፉ ቀቀቡ ቶኮ ንዹፈ፤ ዳዺን ወይኒ ሃራን ቱሉወንራ ንጮጮጰ፤ ጋረን ሁንደ ኬሳስ ንያአ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Waaqayyo,<<Kunoo barri tokko in dhufa; bara sanas utuu namni sanyii facaasuu, booddee isaatiin immoo inni tokko haamaatti in ka'a; akkasumas utuu inni tokko ija waynii cuunfuu, inni kaan dhaabuuf lafa baqaqsuutti in ka'a; tulloonni, cuunfaa waynii isa haaraa in coccophsu, gaaronni hundinuus in fiilu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Waaqayyo akkana jedha; “Kunoo, barri itti namni haamu tokko isa qotu qaqqabu, “namni wayinii dhaabu immoo isa cuunfu qaqqabu tokko ni dhufa; Daadhiin wayinii haaraan tulluuwwan irraa ni coccopha; gaarran hunda keessaas ni yaaʼa. Sien die hoofstuk |