Amoos 8:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 እስን አከነ ጄቱ፤ “አከ ኑ ምዻን ጉርጉረኑፍ ባቲን ሃራን ዮም ጎበነ? አከ ኑ ቀመዲ ገባ ባፈትኑፍ ሰንበትን ዮም ደርበ?” እስን ወር ሰፈርቱ ጥኖት ፈየደምተኒ ገቲሞ ኦል ካፍተን፣ መዳሊ ሶባቲን ነመ ጎዎምስተኒ ሳምቱ፤ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Isinoo,<<Quunnaa ittiin safarru xinneessinee gatii immoo ol kaasuudhaan miijana sobaatiinis gowwoomsuudhaan midhaan akka gurgurrutti, ayyaanni baatii yoom darba>> Gombisaa midhaanii banuudhaafis Sanbanni yoom darba*>> Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 isin akkana jettu; “Akka nu midhaan gurgurannuuf Baatiin Haaraan yoom goobana? Akka nu qamadii gabaa baafannuuf Sanbanni yoom darba?” Isin warri safartuu xinnootti fayyadamtanii gatii immoo ol kaaftan, madaalii sobaatiin nama gowwoomsitanii saamtu; Sien die hoofstuk |