Amoos 8:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 እስን ወር ረከቶተ ዽዺተኒ ህዬዪ ብየቲ በሌስተን ዋን ከነ ዸገኣ፤ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Isin yaa namoota warra dhaban dhidhiittanii, warra gad qabamoos balleessitanii, mee kana dhaga'aa*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Isin warri rakkattoota dhidhiittanii hiyyeeyyii biyyattii balleessitan waan kana dhagaʼaa; Sien die hoofstuk |