Amoos 8:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ነሞትን ዱቢ ዋቀዮ በርባቸ ገላና ገረ ገላናት፣ ካባ ገረ በአ ቢፍቱት ንጆሩ፤ ገሩ ህንአርገተን። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Isaan dubbii Waaqayyoo barbaaddachuudhaaf galaana isa gara tokkootii hamma galaana isa gara kaaniitti, gara bitaatii hamma ba'a-biiftuutti in tiratu; garuu argachuu hin danda'an*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Namoonni dubbii Waaqayyoo barbaacha galaanaa gara galaanaatti, kaabaa gara baʼa biiftuutti ni jooru; garuu hin argatan. Sien die hoofstuk |