Amoos 7:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 “እዶወን ሰገዳ ይስሃቅ ንበርበዳኡ፤ እዶን ቁልቁሉን እስራኤልስ ንኦነ፤ አን ጎራዴኮቲን መነ ዬሮብኣምት ነንከአ።” Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Iddoon ol jedhoon warri maatiin Yisihaq irratti sagadan hundinuu in onu; iddoo qulqullaa'oon warri kan Israa'el in diigamu; mana Yerobi'aam irrattis billaadhaan nan ka'a>> jedhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 “Iddoowwan sagadaa Yisihaaq ni barbadaaʼu; iddoon qulqulluun Israaʼelis ni ona; ani goraadee kootiin mana Yerobiʼaamitti nan kaʼa.” Sien die hoofstuk |