Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 7:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ዋቀዮ ጎፍታን ዋን ከነ ነት አርግሲሴ፤ ዋቀዮ ጎፍታን ሙርቲ ኬኑፍ እብደ ዋማ ቱሬ፤ እብድ ሱንስ ቱጁበ ጉዳ ጎግሴ ለፈስ ንበርበዴሴ።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Wanta Waaqayyo gooftaan mul'ataan anatti argisiise dabalee isinitti nan hima; kunoo, Waaqayyo gooftaan firdii biyya sana irratti raawwachuudhaaf, ibidda irratti in waame; ibiddichis galaana guddaa isa lafa jalaa gubee fixee, lafa qotiisaas xaph gochuuf jedhe*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Waaqayyo Gooftaan waan kana natti argisiise; Waaqayyo Gooftaan murtii kennuuf ibidda waamaa ture; ibiddi sunis tuujuba guddaa gogsee lafas ni barbadeesse.

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 7:4

Volg ons:

Advertensies


Advertensies