Amoos 6:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 እስን ጦፎ ኬሳ ዳዺ ወይኒ ዹግዱ፤ ድበተ አከ መሌ ጋሪ ድበቱ፤ ገሩ በዲሰ ዮሴፊፍ ህንገድተን። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 isin daadhii waynii soondoodhaan dhuguuf, dibata isa keessaa caalu dibachuu malee, badiisa sanyii Yoseef irratti dhufuuf jiruuf hin gadditan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Isin xoofoo keessaa daadhii wayinii dhugdu; dibata akka malee gaarii dibattu; garuu badiisa Yoosefiif hin gadditan. Sien die hoofstuk |