Amoos 6:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 እስን ወረ ሎዴባር ሞአቹት ገመደኒ፣ “ኑ ሁምነኬኛን ቃርናይም ቀበትኔ ምቲ?” ጄተኒዸ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Isin warri mandara Lodbaar ishee<<Waan tokkotti hin galle>> qabachuutti gammaddanii, <<Jabina keenyaan mandara Karnaayim ishee<<Gaanfee>> jedhamtus fudhanne>> jettanii of jajattaniittu*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 isin warra Lodebaar moʼachuutti gammaddanii, “Nu humna keenyaan Qaarnaayim qabanne mitii?” jettanii dha. Sien die hoofstuk |