Amoos 5:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ቤትኤልን ህንበርባደትና፤ ግልጋል ህንዸቅና፤ ቤርሼባትስ ህንጬእና። ግልጋል ዹጉማን ንቦጅአምት፤ ቤትኤልስ ንዸበምት።” Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Iddoo sagadaaf beekaman Bet'elin hin barbaadinaa! Giilgalin hin dhaqinaa! Bersheebaattis hin ce'inaa! Warri Giilgal boojuutti in galu, Bet'el gad deebitee wanta waa'ee hin baafne in taati>> jedha*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Beetʼeelin hin barbaaddatinaa; Gilgaal hin dhaqinaa; Bersheebaattis hin ceʼinaa. Gilgaal dhugumaan ni boojiʼamti; Beetʼeelis ni dhabamti.” Sien die hoofstuk |