Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 5:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 ዋቀዮ ጎፍታን አከነ ጄዸ፦ “መጋላ ሎልቶተ ኩመ ቶኮ እስራኤሊፍ ቦባፍቴፍ ዽበ ቶኮ ቆፈቱ ሀፈ፤ መጋላ ሎልቶተ ዽበ ቶኮ ቦባፍቴፍ ኩዸን ቆፈቱ ሀፈ።”

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Waaqayyo gooftaanoo, <<Biyya Israa'el keessaa mandarri tokko nama kuma, duulatti yoo baase, isaan keessaa namni dhibbi in hafaaf; mandarri tokko immoo nama dhibba tokko duulatti yoo baase, namni kudhan in hafaaf>> jedheera*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Waaqayyo Gooftaan akkana jedha: “Magaalaa loltoota kuma tokko Israaʼeliif bobbaafteef dhibba tokko qofatu hafa; magaalaa loltoota dhibba tokko bobbaafteef kudhan qofatu hafa.”

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 5:3

Volg ons:

Advertensies


Advertensies