Amoos 5:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ወን ኩን አኩመ ነመ ሌንጨ ጀላ በኤ አፋን አማኬታ ቡኡ ቶኮት፤ ዮካን አከ ነመ መነሳ ሴኔ ሀርከሳ ኬኘን መናረ ካአቴ ቦፍት እሰ እዴ ቶኮት። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Akka nama leenca jalaa utuu baqatuu amaaketi itti dhufutti, isa jalaa ba'ees manatti galee keenyan yommuu qabatu bofni harka isaa iddu in taatu. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Wanni kun akkuma nama leenca jalaa baʼee afaan amaaketaa buʼu tokkoo ti; yookaan akka nama mana isaa seenee harka isaa keenyan manaa irra kaaʼatee bofti isa idde tokkoo ti. Sien die hoofstuk |