Amoos 4:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 “አን ዬሮ ሄዱ እዶ ብቅልቱቲፊ ወይኒኬሰን ዋጊፊ አዋሮዻን ዸኤን በሌሴ። ሀዋንስን ሀርቡፊ ኤጄርሰኬሰን በርበዴሴ፤ ተኡስ እስን ገረኮት ህንዴብኔ” ጄዸ ዋቀዮ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 <<Waagiidhaa fi gogiidhaan isin nan rukute, lafa isin biqiltuu dhaabbattan, dhaabaa waynii keessanis nan gogse, harbuu keessanii fi ejersa keessan hawaannisatu nyaatee fixe; kanuma irratti iyyuu isin gara kootti hin deebine>> jedhee dubbateera Waaqayyo*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 “Ani yeroo hedduu iddoo biqiltuutii fi wayinii keessan waagii fi awwaaroodhaan dhaʼeen balleesse. Hawwaannisni harbuu fi ejersa keessan barbadeesse; taʼus isin gara kootti hin deebine” jedha Waaqayyo. Sien die hoofstuk |