Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 4:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ኡመትን ብሻን በርባቸ መጋላዻ ገረ መጋላት ጆሬ፤ ገሩ ዋን ዹጋቲፍ እሰ ገኡ ህንአርገትኔ፤ ተኡስ እስን ገረኮት ህንዴብኔ” ጄዸ ዋቀዮ።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Kanaaf namoonni mandara lama sadii, bishaan dhuguudhaaf gara mandara isa tokkootti tiratan; haa ta'u iyyuu malee dheebuu ba'uu hin dandeenye; kanuma irratti iyyuu isin gara kootti hin deebine>> jedhee dubbateera Waaqayyo*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Uummanni bishaan barbaacha magaalaadhaa gara magaalaatti joore; garuu waan dhugaatiif isa gaʼu hin arganne; taʼus isin gara kootti hin deebine” jedha Waaqayyo.

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 4:8

Volg ons:

Advertensies


Advertensies