Amoos 4:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ቡዴነ ራጭቲ ቀቡ ኣርሳ ገለታ ጎዻቲ ጉባ፤ ኣርሳ ፌዺዻን ኬንተን ለብሳ፤ ቤክስሳስ፤ ያ እስራኤሎተ፣ ወን እስን ሆጄቹ ጃለተን ከናቲ፣ እቲን ቦና” ጄዸ ዋቀዮ ጎፍታን። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Mee buddeena bukaa'aa irraa iyyuu aarsaa galataa dhi'eessaa, jaalala keessaniin aarsaa dhi'eessuu keessan mul'isaa beeksisaa! Akkas gochuu in jaallattu'o, yaa namoota Israa'el>> jedhee dubbateera Waaqayyo gooftaan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Buddeena raacitii qabu aarsaa galataa godhaatii gubaa; aarsaa fedhiidhaan kennitan labsaa; beeksisaas; yaa Israaʼeloota, wanni isin hojjechuu jaallattan kanaatii, ittiin boonaa” jedha Waaqayyo Gooftaan. Sien die hoofstuk |