Amoos 4:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 እስን ቶኮ ቶኮን ቀጄልተኒ ቃወ ደላቲን ንባቱ፤ ገረ ሀርሞንትስ ንደርበተምቱ” ጄዸ ዋቀዮ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Adduma addaan qaawwa dallaa fuula keessan dura jiru keessa in baafamtu, gara tulluu Hermoonittis in daddarbatamtu>> in jedhe; Waaqayyo kana dubbateera. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Isin tokko tokkoon qajeeltanii qaawwa dallaatiin ni baatu; gara Harmoonittis ni darbatamtu” jedha Waaqayyo. Sien die hoofstuk |