Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Amoos 4:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 እስን ያ ሳወን ባሻን ከኔን ቱሉ ሰማርያረ ጅርተን፣ ያ ዱበርቶተ፣ እስን ወር ህዬዪፊ ረከቶተ ጩንቁርስተኒ ዽርሶተኬሰኒን፣ “ዹጋቲ ኑፍ ፍዳ!” ጄተን ዱቢ ከነ ዸገኣ።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Isin yaa giiftolii, warra akka saawwan biyya Baashaan tulluu Samaariyaa irratti gabbattanii, warra dadhaboo immoo cunqursitanii, warra wanta barbaachisaa dhaban caccabsitanii, abboota manaa keessaniin <<Dhugaatii as fidaa, in dhugnaa!>> jettanii, dubbii kana dhaga'aa*!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Isin yaa saawwan Baashaan kanneen Tulluu Samaariyaa irra jirtan, yaa dubartoota, isin warri hiyyeeyyii fi rakkattoota cunqursitanii dhirsoota keessaniin, “Dhugaatii nuuf fidaa!” jettan dubbii kana dhagaʼaa.

Sien die hoofstuk Kopieer




Amoos 4:1

Volg ons:

Advertensies


Advertensies