Amoos 3:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ስምብር ቶኮ ለፈ ክዮን ህንካአምንት ክዮ ኬሰ ንሴንቲ? ክዮን ቶኮ ዮ ወን ቀበሙ ህንጅሬ አከሱመት ለፋ ንኡታላ? Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Allaattiin waan isheen barbaaddu kiyyoo keessa yoo jiraachuu dhabaate, isa keessa galtii ree>> Futtaasaan, wanti qabamu utuu itti hin bu'in lafaa futta'aa ree>> Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Simbirri tokko lafa kiyyoon hin kaaʼaminitti kiyyoo keessa ni seentii? Kiyyoon tokko yoo wanni qabamu hin jirre akkasumatti lafaa ni utaalaa? Sien die hoofstuk |