Amoos 3:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 “ዋን ከነ ዸገኣቲ መነ ያቆብት ዹጋ በኣ” ጄዸ ጎፍታን፣ ዋቀዮ ዋቅን ዋን ሁንደ ደንደኡ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Waaqayyo gooftaan maccaa akka jedhu! <<Dhaggeeffadhaa, sanyii Yaaqoobis gorsaa! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 “Waan kana dhagaʼaatii mana Yaaqoobitti dhugaa baʼaa” jedha Gooftaan, Waaqayyo Waaqni Waan Hunda Dandaʼu. Sien die hoofstuk |