Amoos 2:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 እሳን አኩመ ብዮ ለፋት መታ ህዬዪረ እጃጀኒ ጩንቁርፈማስ ሙርቲ ቀጄላ ዾወተን። አባፊ እልም ዱርበ ቶኮት ገለኒ አከሲን መቃኮ ቁልቁሉ ጡሬሰን። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Isaanoo mataa warra dadhaboo awwaara keessatti lafatti dhidhiitan; warra gad qabamoos karaa irraa in daddarbatu; maqaa koo isa qulqulluu xureessuudhaaf, ilmis abbaanis dubartii ejjituu tokko bira in ga'u*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Isaan akkuma biyyoo lafaatti mataa hiyyeeyyii irra ijaajjanii cunqurfamaas murtii qajeelaa dhowwatan. Abbaa fi ilmi durba tokkotti galanii akkasiin maqaa koo qulqulluu xureessan. Sien die hoofstuk |