Amoos 2:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 “አን ብየ አሞሮታ እስኒፍ ኬኑፍ ጄዼ፣ ብየ ግብጢቲ እስን ባሴ ወጋ አፉርተመ ገሞጂ ኬሰ እስነን ጌጌሴ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Lafa warra Amoorotaa kan keessan akka godhattaniif, anatu biyya Gibxiitii ol isin baasee, lafa onaa keessa waggaa afurtama isin geggeesse*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 “Ani biyya Amoorotaa isiniif kennuuf jedhee, biyya Gibxiitii isin baasee waggaa afurtama gammoojjii keessa isinan geggeesse. Sien die hoofstuk |