2 ተሰሎኒቄ 3:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ኑ ፈኬኘ እስኒ ተኡፍ ዋን ከነ ጎኔ መሌ ዋን ኣንጎ ህንቀብኔፍ ምት። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Nu ilaaltanii duukaa akka buutaniif fakkeenya isiniif taane malee, ba'aa isinitti ta'uuf iyyuu nuyi karaa dhabne miti*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Nu fakkeenya isinii taʼuuf waan kana goone malee waan aangoo hin qabneef miti. Sien die hoofstuk |