2 ተሰሎኒቄ 3:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ነሞትን አከና አከ ገብ ጄዸኒ ሆጂ ሆጄተኒፊ አከ ቡዴነ ኦፊሳኒ ኛተኒፍ ጎፍታ ዬሱስ ክርስቶሲን እሳን አጀጅነ፤ ንጎርስነስ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Namoota akkasii kana gab jedhanii akka hojjetan, kan isaaniis nyaatanii akka jiraatan maqaa gooftaa Yesus Kristosiin in abboomna, in gorsinas*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Namoonni akkanaa akka gab jedhanii hojii hojjetanii fi akka buddeena ofii isaanii nyaataniif Gooftaa Yesuus Kiristoosiin isaan ajajna; ni gorsinas. Sien die hoofstuk |