2 ተሰሎኒቄ 2:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዹፋቲን ነምቸ እሰ ሀማ ሰና አኩመ ሆጂ ሴጠናት ሁምነ ሁንዳፊ መለቶን፣ ድንቂ ሶባቲንስ ንተአ፤ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Inni seera malee jiraatu kunis gochaa Seexanaatiin wanta hojii aangoo, milikkitootaa fi dinqii fakkaataniinis in dhufa*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Dhufaatiin namicha isa hamaa sanaa akkuma hojii Seexanaatti humna hundaa fi mallattoon, dinqii sobaatiinis ni taʼa; Sien die hoofstuk |