2 ተሰሎኒቄ 2:17 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ሆጂፊ ዱቢ ጋሪ ሁንደ ኬሰት ገራኬሰን ሃጀጀቤሱ፤ እስን ሃጭምሱስ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Innumti garaa keessan haa jajjabeessu, hojii gaarii fi dubbii gaarii hundumaattis isin haa cimsu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 hojii fi dubbii gaarii hunda keessatti garaa keessan haa jajjabeessu; isin haa cimsus. Sien die hoofstuk |