2 ተሰሎኒቄ 2:16 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ጎፍታንኬኘ ዬሱስ ክርስቶስ መታንሳ፣ ዋቅን አባንኬኘ እን ኑ ጃለቴ ከራ አያነሳቲን ጀጀብነ በረ በራቲፊ አብዲ ጋሪ ኑ ኬኔ ሱን፣ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Ammas gooftaan keenya Yesus Kristos Waaqayyo abbaan keenyas inni nu jaallate, ayyaana isaatiinis jajjabina bara baraa fi abdii gaarii nuuf kenne*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Gooftaan keenya Yesuus Kiristoos mataan isaa, Waaqni Abbaan keenya inni nu jaallatee karaa ayyaana isaatiin jajjabina bara baraatii fi abdii gaarii nuu kenne sun, Sien die hoofstuk |