2 ተሰሎኒቄ 2:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 እንስ ጎዎምሳ ጎሰ ሁንዳ ከን ወረ በደን ሰነ እቲን ጎዎምሱን ሙልአተ። ወር በደን ሱንስ ሰበቢ ዹጋ ስላ እቲን ፈየን ሰነ ጃለቹ ድደኒፍ በዱ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Warri baduuf jiran hundinuu immoo fayyuudhaaf dhugaa jaallatanii fudhachuu waan didaniif, gowwoomsaa hamminaa hundumaa isaan irratti in fida*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 innis gowwoomsaa gosa hundaa kan warra badan sana ittiin gowwoomsuun mulʼata. Warri badan sunis sababii dhugaa silaa ittiin fayyan sana jaallachuu didaniif badu. Sien die hoofstuk |