2 ተሰሎኒቄ 2:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ያ ኦቦሎተ፣ ዋኤ ዹፋቲ ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶሲፊ ዋኤ እሰ ብረት ወልት ቀበሙኬኛ ወን ኑ እስን ከዸትኑ ከነ፤ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Ammas obboloota ko, waa'ee dhufa gooftaa keenyaa Yesus Kristosii fi waa'ee isaa wajjin walitti sassaabamuu keenyaa akka beektaniif waanan isin kadhadhu qaba*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Yaa obboloota, waaʼee dhufaatii Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosii fi waaʼee isa biratti walitti qabamuu keenyaa wanni nu isin kadhannu kana; Sien die hoofstuk |