2 ተሰሎኒቄ 1:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 እሳንስ ፉለ ጎፍታ ዱራፊ ኡልፍነ ሁምነሳራ ፈጌፈመኒ በዲሰ በረ በራቲን ንአደበሙ፤ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Isaan kun argaa gooftaa duraa, ulfina aangoo isaa duraas fageeffamanii badiisa bara baraatiin in adabamu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Isaanis fuula Gooftaa duraa fi ulfina humna isaa irraa fageeffamanii badiisa bara baraatiin ni adabamu; Sien die hoofstuk |